Bakkalcha-Bilisummaa.Akkawaaq  Jaalataa

Marsaa www.bakkalcha-bilisummaa.com//kana daawwachuu keessaniif galatoomaa jechaa gara marsaa kanattis baga nagaan dhuftan jenna

Seenaa gabaabaa marsaa bakkalcha-bilisummaa

Bakkalchi bilisummaa akkuma marsaalee oromoo warra gara biraatti dhimma oromoo irratti xiyyeeffatee hojjachuuf akkuma karoorfatetti yeroo ammaa kana hojii xixxinnoo jalqabee jira